Akkuma beekamu barattoota qormaata bahiinsaa marsaa 1ffaa fi 2ffaa keenya leenjisaa turre qormaata bahiinsaa yeroo lama qopheessuun keenya niiyadatama. Akkasumas marsaa jalqabaan barattootni keenya hundi darbanii jiru, hata’u malee yeroo ammaa kana bu’aa qormaata bahiinsaa kan barattoota keenya marsaa 2ffaa eeguu irratti argamna.
Ammas barattoota marsaa 3ffaa, kan ji’a 10ffaa bara 2017 fudhatan simannee barnoota eegaluuf jecha odeeffannoowwan qormaata bahiinsaa fi ‘COC’/Licensure exam’ faana wal qabatan irratti odeeffannoon kennamee fi guyyaa wiixata- sanabta guddaa gidduu barnoota eegaluuf guyyaa qabannee adda baanee jirra.
Barattootni barnoota keenya kana dhuftanii qaamaan barachuu barbaaddan, teessoon keenya magaalaa Naqamteetti gamoo OSSA darbii 3ffaa irratti argamna, akkasumas kanneen barnoota keenya karaa ‘online’ barachuu barbaaddan karaa telegram keenya armaan gadiin nu qunnamuun galmooftanii barachuu dandeessu.
-------------------------------------------------
3rd Cycle Exit Exam Preparation
We are pleased to announce the commencement of preparations for the 3rd cycle of the Exit Exam. Following our successful training for the 1st and 2nd cycles. Where we achieved a remarkable 100% pass rate in the 1st cycle. We are currently awaiting the results for the 2nd cycle.
To prepare our students for the upcoming National Exit Exam and COC/Licensure Exam scheduled for June 2017 E.C. We will be holding an orientation session for the 3rd cycle students. Classes will begin next week, from 10-16/6/2017.
For those interested in attending physical classes, we will be located at OSSA Building, 3rd Floor, Nekemte Town. Additionally, we are offering online classes for those who prefer that format.
For more information on online classes, please reach out via the following Telegram and email addresses.
Milki Health science TC, Naqamtee
Center of empowering minds
Website: www.milkihealthscience.com
Telegram channel: https://t.me/milkiHSC
Telegram group: https://t.me/MilkiHST
Facebook: https://web.facebook.com/MilkiiFn
Tik tok :@Milki HSTC
YouTube: https://www.youtube.com/@milkiHSTC1219
Email : milkihealthscience@gmail.com