have any questions?
+251 917 047 563 / +251910690594
info@milkihealthscience.com
Barattoota marsaa 4ffaa bara 2018 qormaata bahiinsaa (Exit exam) fudhatan.

Barnoota qormaata bahiinsaa kan bara 2018 jecha ammumaa qophii taasisuun baayyee murteessaadha. Erga qormaatni dhihaatee of dhiphisuurra ammumaa barnoota gadi fageenyaan barachuun dubbisuun akkasumas qormaata kana duraa shaakaluun qophii taasisnaan sodaa qormaata bahiinsaa irraa bilisa bahuun nii dandaa'ama. Akkuma beekamu barnootni fayyaa baayyee waan baldhatuuf yeroo gabaabaa keessatti barataaniis tahe dubbisanii bira gahuuf rakkisaa waan taheef qormaata bahiinsaa kana fagootti utuu guyyaan murtaa'e erga hafee of dhiphisuurra ammumaa qophii taasisuun dirqama barataati.

Barnoota dabalataa barattoota bara 2018 keessa qormaata bahiinsaa kennuu erga eegallee torbee tokko lama bubbullee jirra hata'u malee garuu barattoota karaa 'online' marsaa 3ffaaf barnoota eegaluuf jechaa waan jirruuf torbee kana galmee irratti argamna. Kanaaf barnoota nubiraaf fedha yoo qabaattan bakki argama keenyaa magaalaa Naqamtee gamoo OSSA darbii 3ffaa yommu tahu lakk. bilbilaa 0910690594 nuqunnamaa. Barnoota 'online' barachuuf karaa telegram keenyaa https://t.me/MilkiHST kanaan nuqunnamaa.

6 thoughts on “Barattoota marsaa 4ffaa bara 2018 qormaata bahiinsaa (Exit exam) fudhatan.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Scroll to Top
×