have any questions?
+251 917 047 563 / +251910690594
info@milkihealthscience.com
Marsaa 5ffaa Exit Exam

Barattootni keenya Milki Health science TC kan 'Exit Exam' ji'a 10ffaa bara 2018 fudhatan isaan kana👇

Qormaata ministeerri barnootaa ji'a 10ffaa kanatti qopheessaa jiru fagootti ilaalaa hojii jajjaboo tahan gosa barnootaa murteessoo tahan jela jelaa xumuraa deemuuf barnoota erga eegallee torbee lama guunnee jirra.

Barnoota keenya ji'a 4 gidduutti hunda xumuruuf karoorsinee waan jirruuf, baayyee utuu nuti hinfagaatiin kottaa nutti makamaa, sodaa qormaataa keessaa bahaa.

Qulqullina barnootaaf dursa laanna.

Barattootni barnoota kana barbaaddan bakki argama keenyaa magaalaa Naqamtee Gamoo OSSA darbii 3ffaa irratti argamna

Dhaloota qaruu irratti argamna🙏❤

Dhamaanee Waaqa kadhanna, innis numilkeessa.

Jabaan Waaqa❤

Milki health science, Naqamte

Telegram keenya👇

https://t.me/milkiHSC

YouTube keenya👇

https://www.youtube.com/@milkiHSTC1219

Website keenya👇

www.milkihealthscience.com

Milkeessi Waaq 🤲🧎‍♂️🧎

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Scroll to Top
×